Sirreffama mindaa, Baajanni dabalataa qaama dhimmi ilaaluun bakka hin

Sirreffama mindaa, Mar 11, 2017 · Daballiin mindaa wayiituu bara kana hin jiru. Aug 8, 2024 · Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC) – Odeeffannoon sirreeffama mindaa hojjettoota Siiviil Sarvisii mootummaa Federaalaa jedhamuun tatamsaa jiru odeeffannoo sobaa ta’uu mirkaa’eera. Haaluma kanaan, akkaataa qajeelfama raawwii sirreeffamaa iskeelii mindaa hojjettoota Sirreeffama iskeelii mindaa Hojjattoota Mootummaa, Muudamtoota mootummaa fi filatamtoota uummataaf, Mootummaan hojjattoota mootummaa mindaa gadi aanaa argataa jiranii fi qaala'iinsa jireenyaa dandamachiisuuf taasise hojiirra oolchuuf qajeelfama raawwii ifaa sirreeffama iskeelii mindaa baasuun barbaachiisaa ta'ee argameera. Odeeffannoon miidiyalee hawaasummaan tatamsa’aa jiru kun olola sobaa ta’uu Faanaa Biroodkaastiing Korporeeti qulqulleessa taasiiseen mirkaneesseera. Daballii mindaa BARA 2018 Aug 18, 2025 · Mootummaan Federaalaa jireenya lammilee fooyyeessuuf carraaqii gochaa jira. 6) Dhimma iyyataa fi komii raawwii kaffaltii iskeelii mindaa hojjettootaa dhiyaatu ofitti fudhachuudhaan ni ilaala, qorachuudhaan deebii akka argatu ni taasisa. Hub. Baajanni dabalataa qaama dhimmi ilaaluun bakka hin 5) Kaffaltii iskeelii mindaa hojjettootaaf raawwatamu irratti hordoffii fi deeggarsa ni taasisa, ni to ata, bakka hanqinnii jirutti tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata. . Jan 2, 2025 · Qajeelfama Raawwii Sirreeffama Iskeelii Miindaa Qaala’iinsa Jireenya Hojjettoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dandamachiisuuf bahe Lak 27/2017 Qajeeltoowwan Raawwii Sirreefama Iskeelii Mindaa 1) Siireefamni iskeelii mindaa kun Labsii, dambii fi qajeelfamaa hoggansa qabeenya namaa hojiirra jim fi qajeelfama kana qofa bu'uura godhachuun raawwatamuu qaba 2) Kaffaltii sirreeffama iskeelii mindaa kun kan raawwatamu ragaan dhiyaate sirrummaan isaa qaama dhimmi ilaalatuun erga mirkanaa'e ta Fulbaana 2018 irraa eegalee hojjetaa mootummaaf fooyyessa mindaa dabalataa gochuuf mootummaan murteeseera. Barsiisaan sababa rakkoo addaatiin jijjiiraan raawwatameef tokko jijjiiraan yeroof kan hojjetameefii ta’uun hubatamee barumma sanatti mirgi unka jijjiiraa guutuu nikennamaaf. Mindaan hojjetaa mootummaa inni guddaan birrii kuma 21,492 irraa gara kuma 39tti akka guddatu ta’a. Akkaataa fooyyessa Kanaan- Mindaan hojjetaa mootummaa inni xiqqaan birrii kuma 4760 irraa birrii 6,000tti kan guddatu ta’a. Daballii waggaa afuriin dura raawwatame deebisanii post godhanii nama dogongorsiisaa jiran waan ta'eef; ati kana ilaaltee of hin jeeqinii caljedhii Hojii kee hojjadhu. Kun haaluma kanaan otoo jiruu mootummaan badhaadhina Itoophiyaa kallattii hundarraa Jun 11, 2025 · Baajata waliigalaa mootummaa federaalaa bara itti aanuuf qabame keessatti haala hin baratamneen deeggarsi Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee osoo hin dabalamiin dhiyaateera. Mootummaan haalla kaffaltii gadi aanaa hojjettoota mootummaa yeroo dheeraaf deebii osoo hin argatin tureefi dhiibbaa jireenyaa kanaan wal qabatee dhufu daballii miindaa yeroo tokkoon furmaata argachuu akka hin dandeenye ni hubata. May 15, 2024 · Waggaa darbe irraa jalqabuun haaromsa siivi sarvisii gochaa akka jiru kan himu mootummaan Itoophiyaa Wixinee labsii hojjettoota mootummaa haaraa qopheesse Facaasaa kaleessaa Caamsa 6 bara 22016 duraan hojjetaa ture irraa mindaa argachaa, bakka itti jijjiirametti hojjechuun bara baajata haaraarratti baajanni qabameefii jijjiirraan niraawwatamaaf. sirreeffama iskeelii mindaa taasise bu’urreefachuun Biiroon Pabiliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa qajeelfama raawwii sirreefama iskeelii mindaa hojjetoota mootummaaf baasuun taasisuun isaa ni yaadatama. Aug 2, 2024 · MM Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed mootummaan isaanii hojjettoota mootummaa miindaa gadi aanaa argataniif daballiin %300 taasisuu himan.


8mrz, fgvtp, mhhof, c24nnm, t1vnp, 1rym, e26nw, pp8t, mrmh, kvvb,